Waldaan Kristaanaa warra Wangeelaa Trondheim waan hin badne, waan xurii hin qabne, waan gad deebi'aa hin adeemnes, isa waaqa keesatti isiniif eegamee jiruutti darbitanii akka fudhattan isa godhee gooftaa Yesuusiin labsiti. Sagalee misiraachoo kana hawaasa keenya trondheim fi naannoo isheetti argamu irraa jalqabuudhaan hamma daarii lafaatti labsuun kaayyoo ishee isa guddaadha. Sagantaa waaqefannaa keenya baruuf kana cuqaa…